-
Iyyaasuu 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Gosti Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti dhaalli isaanii kana ture.
-
-
Iyyaasuu 15:62Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
62 Nebshaan, Magaalaa Soogiddaa fi Een Gedii;+ magaalota jaʼaa fi gandeen isaanii.
-
-
1 Saamuʼel 23:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Achiis Daawit bakka sanaa baʼee, Een Gedii+ keessa iddoowwan bira gaʼuuf rakkisoo taʼan keessa taaʼe.
-