-
Weedduu Weedduu Caalu 1:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Gurraattii waanan taʼeef xiyyeeffannaadhaan na hin ilaalinaa,
Kanan gurraachaʼe aduun waan na gubeefi.
Obboloonni koo natti aaranii turan;
Isaan maasii wayinii akkan eegu na ramadan,
Taʼus ani maasii wayinii koo hin eegne.
-