-
Isaayyaas 18:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Sababiin isaas, yeroo makaraa dura,
Yeroo daraaraan harcaʼutti, yeroo firiin wayinii bilchaatuttis,
Latiiwwan isaa haamtuudhaan ni muramu,
Hiddawwan mukicha irra yaaʼanis irraa ni ciramu, ni balleeffamus.
-