-
Isaayyaas 28:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Abaaboo coolligaan faaya miidhaginaa ishii taʼe,
Inni mataa lafa gabbataa sululichaa irra jiru,
Akkuma harbuu isa duraa isa bonni gaʼuu isaa dura argamuu ni taʼa.
Namni tokko yommuu isa argutti, akkuma harka isaa keessa galeen isa ni liqimsa.
-
-
Naahom 3:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Dahoowwan kee hundi akkuma mukeetii harbuu firiiwwan jalqaba bilchaatan qabanii ti;
Isaan yoo raafaman afaan warra isaan nyaatanii keessatti harcaʼu.
-