LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Weedduu Weedduu Caalu 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 “Ani rafeera, garaan koo garuu dammaqaa dha.+

      Jaalalleen koo yeroo balbala rurrukutu natti dhagaʼamaa jira!

      ‘Yaa obboleettii too, yaa jaalallee too,

      Yaa gugee too, yaa ishii mudaa hin qabne, balbala naaf bani!

      Mataan koo fixeensaan,

      Rifeensi koos jiidha halkaniitiin jiidheera.’+

  • Ermiyaas 48:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yaa jiraattota Moʼaab, magaalota keessaa baʼaatii kattaa irra jiraadhaa,

      Akkuma gugee qarqara hallayyaatti manʼee ishii ijaarrattus taʼaa.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi