LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Weedduu Weedduu Caalu 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yaa isan baayʼee jaalladhuu*, natti himi,

      Bushaayee kee eessa dheechista?+

      Guyyaa saafaa hoo eessa isaan boqochiista?

      Ani maaliifan bushaayee michoota keetii gidduutti

      Akka dubartii shaashii* haguuggattee taʼa?”

  • Weedduu Weedduu Caalu 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Ani saafron* dirree qarqara galaanaatti argamu irratti biqile dha,

      Abaaboo sululawwaniitis.”+

  • Weedduu Weedduu Caalu 6:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Ani kan jaalallee koo ti,

      Jaalalleen koos kan koo ti.+

      Inni abaaboowwan gidduutti tiksaa jira.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi