-
Weedduu Weedduu Caalu 2:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Jaalalleen koo akkuma borofaa, akkuma ilmoo gadamsaa ti.+
Inni kuunnoo, girgiddaa keenya duuba dhaabbatee
Karaa foddaa
Karaa golgaa foddaas ilaalaa jira.
-
-
Weedduu Weedduu Caalu 8:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Yaa jaalallee koo, dafi,
Akka borofaatti
Yookiin akka ilmoo gadamsaa
Gaarota urgooftuun irratti biqilu irra jiruutti ariifadhu.”+
-