Weedduu Weedduu Caalu 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Jaalallee kootiif balbala nan bane,Jaalalleen koo garuu of irra garagalee deemeera. Yommuu inni deemus* abdiin kutadhe.* Isa nan barbaade, garuu argachuu hin dandeenye.+ Isa nan waame, inni garuu hin owwaanne.
6 Jaalallee kootiif balbala nan bane,Jaalalleen koo garuu of irra garagalee deemeera. Yommuu inni deemus* abdiin kutadhe.* Isa nan barbaade, garuu argachuu hin dandeenye.+ Isa nan waame, inni garuu hin owwaanne.