LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 30:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “Itti aansuudhaan urgooftuuwwan filatamoo taʼan kana fudhadhu: qumbii itite sheeqilii 500, walakkaa kanaa, jechuunis qarafaa miʼaawaa sheeqilii 250, qayya citaa sheeqilii 250, 24 qaasiyaa* sheeqelii 500, akkasumas zayitii ejersaa hiinii* tokko; kunis akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa* taʼe sanaatti+ haa taʼu.

  • Baʼuu 30:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Urgooftuuwwan kana,+ jechuunis haphee coccophu, oniikaa,* haphee urgaaʼuu fi ixaana adii qulqulluu taʼe wal qixa godhiitii fudhadhu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi