Nahimiyaa 3:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Isatti aansee Paalaal ilmi Uuzaay isa Deggertuu Dallaa fuuldura jiruu fi masaraa Mana Mootichaa+ biratti argamu, jechuunis isa Mooraa Eegdotaa+ keessatti karaa oliitiin argamu ni haaresse. Isatti aansee Pedaayaan ilmi Paarosh+ ni haaresse. Weedduu Weedduu Caalu 7:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Mormi kee+ akkuma masaraa ilka arbaatiin tolfamee ti.+ Ijji kee+ lamaan akkuma bishaanota kuufamoo Heshboon+Warra karra Baatraabiim biratti argamanii ti. Funyaan kee akkuma masaraa LibaanonIsa gara Damaasqootti garagale sanaa ti.
25 Isatti aansee Paalaal ilmi Uuzaay isa Deggertuu Dallaa fuuldura jiruu fi masaraa Mana Mootichaa+ biratti argamu, jechuunis isa Mooraa Eegdotaa+ keessatti karaa oliitiin argamu ni haaresse. Isatti aansee Pedaayaan ilmi Paarosh+ ni haaresse.
4 Mormi kee+ akkuma masaraa ilka arbaatiin tolfamee ti.+ Ijji kee+ lamaan akkuma bishaanota kuufamoo Heshboon+Warra karra Baatraabiim biratti argamanii ti. Funyaan kee akkuma masaraa LibaanonIsa gara Damaasqootti garagale sanaa ti.