LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Weedduu Weedduu Caalu 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 “Ibsi jaalalaa kee daadhii wayinii irra waan wayyuuf,+

      Dhungoo afaan keetiitiin na dhungadhu.

  • Weedduu Weedduu Caalu 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Na fudhadhuu* badi; haa fiignu.

      Mootichi gara kutaa isaa isa keessaatti na galcheera!

      Yeroo gaarii waliin haa dabarsinu, haa gammannus.

      Daadhii wayinii caalaa ibsa jaalalaa kee haa jajannu.*

      Isaan* dhugumaan si jaallatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi