Isaayyaas 43:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Ati maallaqa keetiin marga urgaaʼu naaf hin binne,Cooma aarsaawwan keetiitiinis na hin quubsine.+ Kanaa mannaa, cubbuu kee natti feete,Balleessaa keetiinis na nuffisiiste.+
24 Ati maallaqa keetiin marga urgaaʼu naaf hin binne,Cooma aarsaawwan keetiitiinis na hin quubsine.+ Kanaa mannaa, cubbuu kee natti feete,Balleessaa keetiinis na nuffisiiste.+