Faarfannaa 45:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Uffatawwan kee hundi urgaa qumbii, argisaa* fi qaasiyaa* qabu;Mana mootummaa guddaa ilka arbaa irraa tolfame keessaa meeshaawwan muuziqaa ribuu qaban si gammachiisu.
8 Uffatawwan kee hundi urgaa qumbii, argisaa* fi qaasiyaa* qabu;Mana mootummaa guddaa ilka arbaa irraa tolfame keessaa meeshaawwan muuziqaa ribuu qaban si gammachiisu.