-
Baʼuu 30:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 “Itti aansuudhaan urgooftuuwwan filatamoo taʼan kana fudhadhu: qumbii itite sheeqilii 500, walakkaa kanaa, jechuunis qarafaa miʼaawaa sheeqilii 250, qayya citaa sheeqilii 250, 24 qaasiyaa* sheeqelii 500, akkasumas zayitii ejersaa hiinii* tokko; kunis akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa* taʼe sanaatti+ haa taʼu.
-
-
Hisqiʼel 27:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Ati garuu yaa ilma namaa, Xiirosiif faaruu gaddaa faarfadhu;+
-