Weedduu Weedduu Caalu 4:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa misirroo too, hidhiin kee damma coccophsa.+ Dammii fi aannan arraba kee jala jiru,+Urgaan uffata keetii akkuma urgaa Libaanoni.
11 Yaa misirroo too, hidhiin kee damma coccophsa.+ Dammii fi aannan arraba kee jala jiru,+Urgaan uffata keetii akkuma urgaa Libaanoni.