-
Weedduu Weedduu Caalu 2:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Jaalalleen koo ijoollee dhiiraa gidduutti
Akkuma muka poomii mukeetii bosonaa gidduu jiruu ti.
Ani gaaddisa isaa jala taaʼuuf baayʼeen hawwa,
Firiin isaas natti miʼaawa.
-