2 Seenaa Baraa 32:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Seenaan Hisqiyaas inni hafee fi jaalalli amanamaan inni argisiise,+ mulʼata Isaayyaas+ ilma Amooz keessatti, Kitaaba Mootota Yihudaa fi Israaʼel keessattis barreeffameera.+
32 Seenaan Hisqiyaas inni hafee fi jaalalli amanamaan inni argisiise,+ mulʼata Isaayyaas+ ilma Amooz keessatti, Kitaaba Mootota Yihudaa fi Israaʼel keessattis barreeffameera.+