Isaayyaas 49:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Xiyoon garuu irra deddeebitee,“Yihowaan na dhiiseera,+ Yihowaan na irraanfateera”+ jetteetti. Hisqiʼel 37:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis akkana naan jedhe: “Yaa ilma namaa, lafeewwan kun guutummaa mana Israaʼeli.+ Kunoo isaan, ‘Lafeewwan keenya goganiiru; abdiin keenyas badeera.+ Nuti guutummaatti dhumneerra’ jechaa jiru.
11 Achiis akkana naan jedhe: “Yaa ilma namaa, lafeewwan kun guutummaa mana Israaʼeli.+ Kunoo isaan, ‘Lafeewwan keenya goganiiru; abdiin keenyas badeera.+ Nuti guutummaatti dhumneerra’ jechaa jiru.