Faaruu Ermiyaas 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Jaarsoliin intala Xiyoon callisanii lafa irra taaʼu.+ Isaan mataa isaanii irratti awwaara firfirsu, uffata gaddaas ni uffatu.+ Durboonni Yerusaalem mataa isaanii gara lafaatti gad qabaniiru.
10 Jaarsoliin intala Xiyoon callisanii lafa irra taaʼu.+ Isaan mataa isaanii irratti awwaara firfirsu, uffata gaddaas ni uffatu.+ Durboonni Yerusaalem mataa isaanii gara lafaatti gad qabaniiru.