- 
	                        
            
            Miikiyaas 7:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Diinni koos ni argiti,
Ishii, “Waaqni kee Yihowaan eessa jira?”+
Naan jette qaaniin ni haguuga.
Ijji koo ishii ni ilaala.
Amma ishiin akkuma dhoqqee daandii irra jiruutti ni dhidhiitamti.
 
 -