32 Taʼus amma fedhii kee yoo taʼe, cubbuu isaanii isaaniif dhiisi;+ taʼuu baannaan garuu, maaloo kitaaba kee isa barreessite irraa na haqi.”+ 33 Yihowaan garuu Museedhaan akkana jedhe: “Nama ana irratti cubbuu hojjete kam iyyuu kitaaba koo irraa nan haqa.