Hisqiʼel 33:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Isaan akka saba kootti si dura taaʼuuf gara keetti ni yaaʼu; dubbii kee ni dhagaʼu, garuu hin raawwatan.+ Sababiin isaas, isaan afaan isaaniitiin sobanii si jaju;* garaan isaanii garuu buʼaa sirrii hin taane argachuuf hawwa.
31 Isaan akka saba kootti si dura taaʼuuf gara keetti ni yaaʼu; dubbii kee ni dhagaʼu, garuu hin raawwatan.+ Sababiin isaas, isaan afaan isaaniitiin sobanii si jaju;* garaan isaanii garuu buʼaa sirrii hin taane argachuuf hawwa.