LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Akkuma namni qaro dhabeessi dukkana keessa qaqqabatutti, guyyaa saafaa ni qaqqabatta;+ wanta gootu hundumaa irratti milkaaʼina hin argattu; yeroo hundumaa ni gowwoomfamta, ni saamamtas; namni si oolchus hin jiru.+

  • Keessa Deebii 28:52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Isaan hamma dallaawwan dhedheeroonii fi jajjaboon warri ati itti amanamtu jijjiganitti guutummaa biyya kee keessatti magaalota* kee hundumaa keessatti si irratti cufanii sitti marsu. Eeyyee, isaan dhugumaan guutummaa biyya Waaqni kee Yihowaan siif kenne keessatti magaalota kee hundumaa keessatti sitti marsu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi