Keessa Deebii 32:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;Buʼuurawwan gaarotaas ni guba. Naahom 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dheekkamsa isaa dura eenyutu dhaabbachuu dandaʼa?+ Aarii isaa isa guddaa eenyutu dandamachuu dandaʼa?+ Dheekkamsi isaa akka ibiddaatti ni dhangalaʼa,Qarsaawwanis isaan kan kaʼe ni caccabu.
22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;Buʼuurawwan gaarotaas ni guba.
6 Dheekkamsa isaa dura eenyutu dhaabbachuu dandaʼa?+ Aarii isaa isa guddaa eenyutu dandamachuu dandaʼa?+ Dheekkamsi isaa akka ibiddaatti ni dhangalaʼa,Qarsaawwanis isaan kan kaʼe ni caccabu.