-
Isaayyaas 9:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Sababiin isaas, sabichi gara isa isaan rukutetti hin deebine,
Yihowaa Gooftaa Raayyaa hin barbaaddanne.+
-
-
Hoseʼaa 7:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Namoonni ormaa humna isaa fixaniiru,+ inni garuu kana hin beekne.
Rifeensi isaa harrii taʼeera, inni garuu kana hin hubanne.
-