LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 22:20-22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Akkuma meetiin, sibiilli diimaan, sibiilli, sibiilli irsaasii fi qorqorroon ibiddi itti bobeeffamee akka baquuf iddoo ibiddaa keessatti walitti qabamutti, anis dheekkamsaa fi aarii kootiin walitti isin nan qaba; ibidda isinitti bobeessees isin nan baqsa.+ 21 Ani walitti isin qabee ibidda dheekkamsa kootii isinitti nan bobeessa;+ isinis ishii keessatti ni baqfamtu.+ 22 Akkuma meetiin iddoo ibiddaa keessatti baqfamu, isinis ishii keessatti ni baqfamtu; ani Yihowaan aarii koo akkan isin irratti dhangalaases dhugumaan ni hubattu.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi