Keessa Deebii 4:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Waaqni dhugaan Yihowaa taʼuu isaa akka beektaniif, wantoonni kun isinumatti argisiifamaniiru;+ isa malee kan biraan hin jiru.+ Keessa Deebii 4:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Kanaafuu, Yihowaan ol samii irrattis taʼe gad lafa irratti Waaqa dhugaa taʼuu isaa harʼa beeki; yaada keettis qabadhu.+ Isa malee kan biraan hin jiru.+ Isaayyaas 43:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+ Ana dura Waaqni hin tolfamne,Ana boodas hin jiru.+
35 Waaqni dhugaan Yihowaa taʼuu isaa akka beektaniif, wantoonni kun isinumatti argisiifamaniiru;+ isa malee kan biraan hin jiru.+
39 Kanaafuu, Yihowaan ol samii irrattis taʼe gad lafa irratti Waaqa dhugaa taʼuu isaa harʼa beeki; yaada keettis qabadhu.+ Isa malee kan biraan hin jiru.+
10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+ Ana dura Waaqni hin tolfamne,Ana boodas hin jiru.+