26 Amma garuu namichi Phaawulos jedhamu kun, Efesoon+ qofatti utuu hin taʼin bakka muraasa irraa kan hafe guutummaa koonyaa Eeshiyaa keessatti, waaqoliin harkaan tolfaman dhuguma waaqolii miti jedhee namoota hedduu amansiisee ilaalcha isaanii jijjiiruu isaa argitaniittu, dhageessaniittus.+