-
Ermiyaas 10:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Namni hundi hubannaa fi beekumsa hin qabu.
-
-
Roomaa 1:21-23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Isaan Waaqayyoon kan beekan taʼanis, akka Waaqummaa isaatti ulfina isaaf hin kennine yookiin isa hin galateeffanne; kanaa mannaa, yaadni isaanii gatii dhabe; garaan isaanii inni hubannaa hin qabnes ni dukkanaaʼe.+ 22 Ogeeyyii kan ofiin jedhan taʼus gowwoota taʼan; 23 ulfina Waaqa isa hin badne sanaa, bifa nama isa baduu dandaʼuutti, bifa simbirrootaatti, bifa uumamawwan miila afur qabaniittii fi bifa warra lafa irra loʼaniitti* jijjiiran.+
-