Isaayyaas 13:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Dhagaʼaa, sagaleen tuuta gaarota irra jiruu,Sagaleen sagalee namoota hedduu fakkaatu ni dhagaʼama! Dhagaʼaa, iyyi mootummootaa,Iyyi saboota walitti qabamaniis+ ni dhagaʼama! Yihowaan Gooftaan Raayyaa waraanaaf loltoota walitti qabaa jira.+
4 Dhagaʼaa, sagaleen tuuta gaarota irra jiruu,Sagaleen sagalee namoota hedduu fakkaatu ni dhagaʼama! Dhagaʼaa, iyyi mootummootaa,Iyyi saboota walitti qabamaniis+ ni dhagaʼama! Yihowaan Gooftaan Raayyaa waraanaaf loltoota walitti qabaa jira.+