LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 26:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaah* Yihowaan Qarsaa bara baraa waan taʼeef,+

      Bara baraaf Yihowaatti amanamaa.+

  • Isaayyaas 51:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Ija keessan gara samiiwwaniitti ol kaasaa,

      Gara lafaattis gad ilaalaa.

      Sababiin isaas, samiiwwan akkuma aaraatti ni bittinnaaʼu;

      Lafti akkuma uffataatti ni bututti,

      Jiraattonni ishiis akkuma bookee ni dhumu.

      Fayyisuun koo garuu bara baraaf jiraata,+

      Qajeelummaan koos matumaa hin badu.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi