Isaayyaas 48:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Natti dhihaadhaatii kana dhagaʼaa. Ani jalqabaa kaasee dhoksaatti hin dubbanne.+ Yeroo inni itti raawwatamee jalqabee achin ture.” Ammas Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan anaa fi hafuura isaa ergeera.*
16 Natti dhihaadhaatii kana dhagaʼaa. Ani jalqabaa kaasee dhoksaatti hin dubbanne.+ Yeroo inni itti raawwatamee jalqabee achin ture.” Ammas Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan anaa fi hafuura isaa ergeera.*