Faarfannaa 111:7, 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Hojiiwwan harka isaa dhugaa fi haqa dha;+נ [Nuun]Ajajawwan isaa hundi kan amanamani dha.+ ס [Saamek] 8 Isaan ammas taʼe bara baraaf yeroo hundumaa amansiisoo dha;*ע [Ayiin]Dhugaa fi qajeelummaa irrattis kan hundaaʼani dha.+ Faarfannaa 119:137 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 137 Yaa Yihowaa, ati qajeelaa dha,+Murtiiwwan kees sirrii dha.+
7 Hojiiwwan harka isaa dhugaa fi haqa dha;+נ [Nuun]Ajajawwan isaa hundi kan amanamani dha.+ ס [Saamek] 8 Isaan ammas taʼe bara baraaf yeroo hundumaa amansiisoo dha;*ע [Ayiin]Dhugaa fi qajeelummaa irrattis kan hundaaʼani dha.+