Isaayyaas 45:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Walitti qabamaatii kottaa. Isin warri saboota jalaa miliqxan, waliin dhihaadhaa.+ Warri fakkiiwwan bocaman baatanii jooran,Warri waaqa isaan oolchuu hin dandeenyetti kadhannaa dhiheessanis homaa hin beekan.+
20 Walitti qabamaatii kottaa. Isin warri saboota jalaa miliqxan, waliin dhihaadhaa.+ Warri fakkiiwwan bocaman baatanii jooran,Warri waaqa isaan oolchuu hin dandeenyetti kadhannaa dhiheessanis homaa hin beekan.+