LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 40:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ogeessi harkaa waaqa tolfamaa* ni tolcha,

      Namni sibiila tumu warqii isatti ni uwwisa,+

      Meetii irraas funcaa isaaf ni tolcha.

  • Ermiyaas 10:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Hundi isaanii hubannaa kan hin qabnee fi gowwoota dha.+

      Barumsi muka irraa argamu abjuu* qofa dha.+

       9 Saaniiwwan meetii Tarshiish+ irraa, warqiinis Uufaaz irraa ni fidama,

      Isaan hojii ogeessa harkaa, hojii namni sibiila tumu tolchu dha.

      Uffanni isaanii foʼaa bifa cuquliisaa fi suufii bifa dhiilgee ti.

      Hundi isaanii namoota dandeettii qabaniin kan tolfamani dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi