-
Isaayyaas 44:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Walakkaa isaa ibiddaan ni guba;
Walakkaa isaatiin immoo foon waadee nyaata, ni quufas.
Ibidda qaqqaammatees, “Ishoo, natti hoʼe, ibiddichas argeera” jedha.
17 Isa hafe garuu fakkii bocee waaqa ni tolfata.
Isaaf ni sagada, isa ni waaqeffatas.
Achiis, “Ati waaqa koo waan taateef, na oolchi” jedhee
Kadhannaa isatti dhiheessa.+
-