Ermiyaas 10:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Isaan akkuma wanta nama fakkaatuu fi sossodaachisuuf maasii buqqee dheedhii nyaatamu keessa dhaabamuutti dubbachuu hin dandaʼan;+Isaan deemuu waan hin dandeenyeef baatamuu qabu.+ Miidhaa geessisuus taʼeWanta gaarii akkamii iyyuu gochuu waan hin dandeenyeef,+ isaan hin sodaatinaa.”
5 Isaan akkuma wanta nama fakkaatuu fi sossodaachisuuf maasii buqqee dheedhii nyaatamu keessa dhaabamuutti dubbachuu hin dandaʼan;+Isaan deemuu waan hin dandeenyeef baatamuu qabu.+ Miidhaa geessisuus taʼeWanta gaarii akkamii iyyuu gochuu waan hin dandeenyeef,+ isaan hin sodaatinaa.”