Isaayyaas 41:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Saboota dabarsee isatti kennuuf,Moototas akka of jala galfatu gochuuf,+Baha biiftuu irraa nama tokko kan kaase,+Qajeelummaadhaan gara miila isaatti* kan isa waame eenyu? Goraadee isaa duratti biyyootti kan isaan dabalu,Iddaa isaa durattis akkuma galabaa qilleensi fudhatuu kan isaan godhu eenyu? Isaayyaas 45:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Yihowaan Qiiros+ isa dibe sanaan,Isa saboonni akka isaaf bitaman gochuuf,+Mootota meeshaa waraanaa hiiksisuuf,*Karrawwan akka hin cufamneefisBalbaloota isa duratti banuufHarka isaa mirgaa qabate+ sanaan akkana jedha:
2 Saboota dabarsee isatti kennuuf,Moototas akka of jala galfatu gochuuf,+Baha biiftuu irraa nama tokko kan kaase,+Qajeelummaadhaan gara miila isaatti* kan isa waame eenyu? Goraadee isaa duratti biyyootti kan isaan dabalu,Iddaa isaa durattis akkuma galabaa qilleensi fudhatuu kan isaan godhu eenyu?
45 Yihowaan Qiiros+ isa dibe sanaan,Isa saboonni akka isaaf bitaman gochuuf,+Mootota meeshaa waraanaa hiiksisuuf,*Karrawwan akka hin cufamneefisBalbaloota isa duratti banuufHarka isaa mirgaa qabate+ sanaan akkana jedha: