Isaayyaas 13:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Baabilon ishiin mootummoota hunda caalaa ulfina qabeettii taate,*+Ishiin bareedina Kaladootaa taatee fi isaan ittiin boonan,+Akkuma Sodoomii fi Gomoraa warra Waaqayyo garagalche sanaa ni taati.+ Isaayyaas 14:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 akkana jettee mootii Baabilon irratti mammaakta:* “Inni warra kaan dirqisiisee hojjechiisaa ture* dhumni isaa akkamitti gaʼe! Gochi cunqursaan sun akkamitti dhaabbate!+ Mulʼata 17:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Adda ishii irrattis maqaan iccitii, “Baabilon Guddittii, haadha sagaagaltootaa+ fi wantoota balfamoo lafa irraa”+ jedhu barreeffamee ture.
19 Baabilon ishiin mootummoota hunda caalaa ulfina qabeettii taate,*+Ishiin bareedina Kaladootaa taatee fi isaan ittiin boonan,+Akkuma Sodoomii fi Gomoraa warra Waaqayyo garagalche sanaa ni taati.+
4 akkana jettee mootii Baabilon irratti mammaakta:* “Inni warra kaan dirqisiisee hojjechiisaa ture* dhumni isaa akkamitti gaʼe! Gochi cunqursaan sun akkamitti dhaabbate!+
5 Adda ishii irrattis maqaan iccitii, “Baabilon Guddittii, haadha sagaagaltootaa+ fi wantoota balfamoo lafa irraa”+ jedhu barreeffamee ture.