- 
	                        
            
            1 Mootota 21:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Iizaabelis Naabot dhagaadhaan tumamee ajjeefamuu isaa akkuma dhageesseen Ahaabiin, “Kaʼiitii maasii wayinii isa qabeenya Naabot Yezriʼelichaa taʼe, isa inni maallaqaan sitti gurguruu dide sana fudhadhu;+ sababiin isaas, Naabot lubbuudhaan hin jiru. Inni duʼeera” jette. 16 Ahaabis Naabot duʼuu isaa akkuma dhagaʼeen kaʼee maasicha fudhachuuf gara maasii wayinii Naabot Yezriʼelichaatti gad buʼe.
 
 -