-
Mulʼata 18:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Hamma ishiin ulfina ofiif kennitee fi qaanii malee jireenya qananii jiraatte, hammasuma dhiphinaa fi gadda ishiitti fidaa. Ishiin garaa ishiitti, ‘Ani mootuu taʼee nan taaʼa; ani dubartii abbaan manaa irraa duʼe miti; gaddis matumaa na irra hin gaʼu’ jetti.+
-