LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 9:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Mootonni keenya, bulchitoonni keenya, luboonni keenyaa fi abbootiin keenya Seera kee hin eegne; ajajawwan kee yookiin yaadachiisawwan* kee warra ati ittiin isaan akeekkachiisteefis xiyyeeffannaa hin kennine. 35 Yommuu isaan mootummaa isaanii keessa turanitti, yommuu gaarummaa hedduu ati isaaniif kenniteen gammadanitti, akkasumas yommuu biyya balʼaa fi gabbataa ati isaaniif kennite keessa jiraatanitti illee si hin tajaajille;+ gocha isaanii isa hamaa irraas hin deebine.

  • Daaniʼel 9:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Yaa Yihowaa, si irratti cubbuu waan hojjenneef, nuti, mootonni keenya, bulchitoonni keenyaa fi abbootiin keenya qaanii* ofitti fidneerra.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi