Isaayyaas 29:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, Yihowaan hafuura hirriba cimaa isin irratti dhangalaaseera;+Inni raajota warra ija keessan taʼan jaamseera,+Namoota mulʼata argan warra mataa keessan taʼanis haguugeera.+
10 Sababiin isaas, Yihowaan hafuura hirriba cimaa isin irratti dhangalaaseera;+Inni raajota warra ija keessan taʼan jaamseera,+Namoota mulʼata argan warra mataa keessan taʼanis haguugeera.+