Luqaas 21:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “Haa taʼu malee, garmalee nyaachuu, garmalee dhuguu+ fi yaaddoo jireenyaatiin matumaa garaa keessanitti baʼaan akka hin ulfaanne of eeggadhaa;+ taʼuu baannaan garuu, utuu isin hin yaadin guyyaan sun akkuma tasaa, Roomaa 13:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Gadhiisiidhaan,* machiidhaan, saalqunnamtii naamusaan ala taʼeen, addaggummaadhaan,*+ lolaan, akkasumas hinaaffaadhaan utuu hin taʼin,+ akka ifa guyyaatiin deddeebinutti naamusaan haa deddeebinu.+
34 “Haa taʼu malee, garmalee nyaachuu, garmalee dhuguu+ fi yaaddoo jireenyaatiin matumaa garaa keessanitti baʼaan akka hin ulfaanne of eeggadhaa;+ taʼuu baannaan garuu, utuu isin hin yaadin guyyaan sun akkuma tasaa,
13 Gadhiisiidhaan,* machiidhaan, saalqunnamtii naamusaan ala taʼeen, addaggummaadhaan,*+ lolaan, akkasumas hinaaffaadhaan utuu hin taʼin,+ akka ifa guyyaatiin deddeebinutti naamusaan haa deddeebinu.+