Amoos 5:23, 24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Waca faarfannaawwan keetii na irraa fageessi;Muuziqaa meeshaalee muuziqaa ribuu qabaniin taphattus dhagaʼuu hin barbaadu.+ 24 Haqni akka bishaaniitti,+Qajeelummaanis akka laga yeroo hundumaa yaaʼuutti haa yaaʼu.
23 Waca faarfannaawwan keetii na irraa fageessi;Muuziqaa meeshaalee muuziqaa ribuu qabaniin taphattus dhagaʼuu hin barbaadu.+ 24 Haqni akka bishaaniitti,+Qajeelummaanis akka laga yeroo hundumaa yaaʼuutti haa yaaʼu.