LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 1:69
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 69 Inni mana tajaajilaa isaa Daawit+ keessatti gaanfa fayyinaa*+ nuu kaaseera;

  • Luqaas 22:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Yeroo kanatti maleekaan tokko samii irraa isatti mulʼatee isa jajjabeesse.+

  • 2 Qorontos 6:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sababiin isaas inni, “Ani yeroo fudhatama qabutti si dhagaʼeera, guyyaa fayyinaattis si gargaareera”+ jedha. Kunoo, yeroon fudhatama qabu amma. Kunoo, guyyaan fayyinaa amma.

  • Ibroota 5:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kiristoos yeroo lafa irra jiraachaa turetti,* sagalee guddaa fi imimmaaniin+ gara isa duʼa irraa isa oolchuu dandaʼu sanaatti wawwaannaa fi iyyata dhiheesse; Waaqayyoon waan sodaatuufis isaaf dhagaʼame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi