Isaayyaas 32:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Tokkoon tokkoon isaaniis bakka bubbee jalaa itti dhokatan,*Bakka bokkaa yandoo jalaa dahoo itti argatan* ni taʼu;Biyya bishaan hin qabne keessatti akkuma yaaʼaawwan bishaanii,+Biyya waxalame keessattis akkuma gaaddisa qarsaa guddaa ni taʼu.
2 Tokkoon tokkoon isaaniis bakka bubbee jalaa itti dhokatan,*Bakka bokkaa yandoo jalaa dahoo itti argatan* ni taʼu;Biyya bishaan hin qabne keessatti akkuma yaaʼaawwan bishaanii,+Biyya waxalame keessattis akkuma gaaddisa qarsaa guddaa ni taʼu.