Isaayyaas 51:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan Xiyooniin ni jajjabeessa.+ Inni diiggaawwan ishii hundumaa ni jajjabeessa,+Lafa onaa ishii akkuma Eedan,+Gammoojjii ishiis akkuma iddoo biqiltuu Yihowaa ni godha.+ Gammachuunii fi ililchi,Galannii fi faarfannaan namatti tolus ishii keessatti ni argama.+
3 Yihowaan Xiyooniin ni jajjabeessa.+ Inni diiggaawwan ishii hundumaa ni jajjabeessa,+Lafa onaa ishii akkuma Eedan,+Gammoojjii ishiis akkuma iddoo biqiltuu Yihowaa ni godha.+ Gammachuunii fi ililchi,Galannii fi faarfannaan namatti tolus ishii keessatti ni argama.+