-
Luqaas 10:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Kanaafuu, isatti dhihaatee zayitii fi daadhii wayinii madaa isaatti naqee isaaf hidhe. Achiis harree isaa irra kaaʼee mana keessummoonni keessa buufatanitti geessee isa walʼaane.
-