Yohaannis 7:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroo kanatti Yihudoonni ajaaʼibsiifatanii, “Namichi kun mana barumsaa* galee utuu hin baratin, beekumsa Kitaabota Qulqulluu*+ akkanaa akkamitti argate?”+ jedhan. Yohaannis 7:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Eegdonni sunis deebisanii, “Eenyu iyyuu akka nama kanaatti matumaa dubbatee hin beeku”+ jedhan.
15 Yeroo kanatti Yihudoonni ajaaʼibsiifatanii, “Namichi kun mana barumsaa* galee utuu hin baratin, beekumsa Kitaabota Qulqulluu*+ akkanaa akkamitti argate?”+ jedhan.